Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad miseensota Poolisii yaalarra jiran daawwatan Sifen Megersa Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensota Poolisii Hospitaala RiifaraalaacPoolisii Federaalaatti dirqamaarratti miidhaamuun yaalarra jiran…
Oduu biyya keessaa Naannoo Affaaritti lammiileen sababa garee shororkeessaa ABUT buqqa’aniif deeggarsi Birrii… Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeeraa Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil durfamu lammiilee naannoo Affaritti buqqa’anii maallaqaa callaa fi gosaa Birrii miiliyoona…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalaa Zaarimaa to’achuu walqabatee namoonni baqatanii turan qa’ee… Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalaa Zaarimaa to'achuu walqabatee namoonni baqatanii turan qa’ee isaanitti deebi’aniiru. Gareen shororkeessaa ABUT halleellaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaa deeggarsa Birrii miiliyoona 25 naannoo Amaaraaf laate Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Itti aanaan Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Bahiir Daariin galaniiru. Obbo Riistuu Yirdaaw lammiilee garee shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli dhiheessa nyaataa Alaamudiiniin Tasfaa Birihaan Kutaa Magaalaa Addis katamaatti Ayyaana… Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014(FBC)-Giddugalli dhiheessa nyaataa Alaamudiiniin Tasfaa Birihaan jedhamu Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis katamaatti Ayyaana bara haaraa…
Ispoortii Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiichaa kiiloo meetira 5’n rikkardii addunyaa fooyyeessite Obse Wakgari Sep 12, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiicha kiiloo meetira 5'n rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti. Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni mootummaa olaanoon adda waraanaa Afaaritti miseensota Raayyaa Ittisaa waliin Ayyaana… Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo adda waraanaa Afaaritti miseensota Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa hawwii gaarii Bara Haaraa Ityoophiyaaf hawwaniiru Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Komishinar Muusaa Faakii barri haaraan 2014 Ityoophiyaaf bara nageenyaa fi Badhaadhinaa akka ta'u hawwaniiru.…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree fi dhaabileen Federaalaa daa’imman 320 kunuunsuuf waadaa galan Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Waajjirri Giiftii Duree fi dhaabileen Federaalaa 21 bara haaraa kanaa eegalanii daa'imman 320 kunuunsanii guddisuuf waadaa galaniiru. Daa'imman kunneen…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan ergaa baga geessanii… Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan barri haaraan 2014 Ityoophiyaaf bara nagaa fi tasgabbii akka ta'u hawwii gaarii…