Bulchiinsi magaalichaa kaffaltoota gibiraa gibira seeraan kaffalaniif beekkamtii laate
Finfinnee, Eebila 14, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kaffaltoota gibiraa gibira isaanirra eeggamu seeraan kaffalan 178f beekkamtii laateera.
Kaffaltoonni Gibiraa taaksii fi…