Shawaa Lixaatti Humna Addaa Oromiyaa, Poolisii Federaalaa, poolisii idilee fi milishoota dirqamarra…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Hoggansi Godina Shawaa Lixaa ayyaana bara haaraa 2014 sababeeffachuun Humna Addaa Oromiyaa, Poolisii Federaalaa, poolisii idilee fi milishoota …