Guyyaa boruu hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa magaalaa Finfinneetti ni gaggeeffama
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Guyyaa boruu hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.…