Oduu biyya keessaa Qaammeen 4 guyyaa Gootummaatin kabajama Obse Wakgari Sep 9, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Qaammeen 4 guyyaa gootummaati ni kabajama jedhameera. Guyyichi mata duree ‘gootoota biyya koo na kabajaa’ jedhuun ni kabajama jedhameera. Kabajaa…
Biiznasii Godina Jimmaatti daldaltoota seeraan alaa kuma 1 olirratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) -Godina Jimmaatti daldaltoota seeraan alaa kuma 1 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Daldalaa godinichaa beeksiise. Godinichatti Dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Preezdaantii Roottaarii Intarnashinaal waliin mari’ataniiru Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) -Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Preezdaantii Roottaarii Intarnaashinaal Dooktar Sheekhaar…
Oduu biyya keessaa Eegdoonni Ripaablikaanii fi bu’uuraalee misoomaa ijoo ta’an eegan eebbifaman Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Koollejjii Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Eegdoota Ripaablikaanii fi bu'uuraalee misoomaa ijoo ta'an eegan leenjisaa ture…
Oduu biyya keessaa Obbo Aganyahu Tashaagar Ityoophiyaatti bakka ba’uu sagantaa nyaataa addunyaa waliin… Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) -Preezdaantiin Naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagar Ityoophiyaatti bakka ba'uu sagantaa nyaataa addunyaa Isteevan Oomaam Wooree waliin mari'ataniiru.…
Fayyaa Ameerikaan Maashina Qorannoo TB Birrii Doolaara miiliyoona 46 baasu Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Ameerikaan Maashina Qorannoo TB Birrii Doolaara miiliyoona 46 baasu Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisuu ibsame. Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Wayita Qalmaa Kalloof of eeggannoon barbaachisu akka taasiifamu gaafatame Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Inistiityuutii Misooma Kalloo Ityoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hawaasni Qalma raawwatuuf of eeggannoo barbaachisu akka taasiisan gaafate.…
Oduu biyya keessaa WMO Manneen Barnootaa Ifa Boruutiif Kitaaba gosa adda addaa arjoome Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Waldaan Misooma Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruutiif Kitaaba barnootaa gosa adda addaa arjoomuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Finfinnee Birrii miIliyoona 60 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Finfinnee Birrii miliyoona 60 Raayyaa Ittisaaf deeggarsaan laateera. Deeggarsi taasiifame biyyi nagaa ta’uun adeemsi baruu fi…
Oduu biyya keessaa Warshaalee Simmintoon ala kanneen biroo guyyaa jala bultii ayyaanaa madda kuusaa olaanarraa humna… Sifen Megersa Sep 8, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Warshaalee Simmintoo fi Indaastirii al ergiin ala kanneen biroo guyyaa jala bultii ayyaanaa madda kuusaa olaanarraa humna Elektirikii akka hin fayyadamne…