Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaan Ugaandaan Koongoo waliin qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaa umrii waggaa 23 gadii Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffamaa jiruun Ugaandaan Koongoo waliin 0 fi 0n qixa…