Oduu biyya keessaa Yaa’iin Caffee Oromiyaa oolmaan guyyaa 2ffaa itti fufeera Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idileesaa 14ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessu guyyaa 2ffaa itti fufeera. Har’a raawwii hojii Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessaa jira Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale. Manni marichaa yaa’ii idilee 3ffaa waggaa 8ffaa kan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Asoosaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 237 eebbisiise Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Asoosaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 237 eebbisiisuu ibsame. Barattoonni kunneen sagantaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota haaraa bara 2013 kuma 5 simachaa jira Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota haaraa bara 2013 kuma 5 simachaa jiraachuu ibsameera. Barattoonni haaraan kunneen wayita…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Finfinnee boru yaa’ii idilee ni gaggeessa Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee boru yaa’ii idilee ni gaggeessa jedhame. Manni marichaa guyyaa boruu yaa’ii idilee 3ffaa…
Fayyaa Ameerikaan talaallii Covid-19 Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuufi Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Ameerikaan talaallii Covid-19 doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 fi 600 Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuuf ta’uu ibsameera. Mootummaan Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Waan ummata keenya gitu hojjechuu qabna – obbo Shimannlis Abdiisaa Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Waan ummata keenya gitu hojjechuu qabna Jedhan Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimannlis Abdiisaan. Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Dirree Dawaa waamicha ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf deebii laatee Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Poolisiin Dirree Dawaa waamicha ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf deebii laachuu ibsame. Poolisiin Dirree Dawaa ergama olaantummaa…
Oduu biyya keessaa Akkaadaamiin Saayinsii Ityoophiyaa giddugala Saayinsii daa’immanii eebbisiise Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Akkaadaamiin Saayinsii Ityoophiyaa Giddugala Saayinsii daa’immanii eebbisiseera. Akkaadaamichi damee Saayinsii, Teeknooloojii fi…
Oduu biyya keessaa Haala qilleensaa hordofee hoomaan awwaannisaa iddoolee garaagaraatti muudachuu ibsame Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Haala qilleensaa hordofee hoomaan awwaannisaa iddoolee garaagaraatti muul’achuu Ministeerri Qonnaa Beeksiise. Baha Naannoo Amaaraa, Godina…