Fayyaa Yaa’iin waggaa damee Fayyaa 23ffaan magaalaa Jigjigaatti eegalame Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Yaa’iin waggaa damee Fayyaa 23ffaan magaalaa Jigjigaatti mata duree ‘boqonnaa haaraan sirna fayyaa deebii laatu’ jedhuun eegalameera.…
Oduu biyya keessaa Ummanni Ityoophiyaa hundi tokkummaan yeroo gabaabaa keessatti awwaalcha garee shororkeessaa xumuruu… Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Ummanni Ityoophiyaa hundi tokkummaan yeroo gabaabaa keessatti awwaalcha garee shororkeessaa ABUT xumuruu qabna jedhan Kaantibaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa lammiilee sababa weerara garee ABUT qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif… Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uun magaalaa Bahaar Daar…
Oduu biyya keessaa Waldaaleen Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’aniif deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee keessatti argaman lammiilee naannoo Amaaraa qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii har’a walga’ii ariifachiisaa ni gaggeessa Sifen Megersa Oct 30, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii har'a walga'ii ariifachiisaa gaggeessuun murtoo ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ni raggaasiisaan eegama.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni odeeffannoon sobaarraa of eeggachuu akka qabu hubachiifni laatame Sifen Megersa Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC) – Odeeffannoowwan maddi isaanii hin mirkanoofne maqaa dhaabbilee fi hoggantoota mootummaa tokko tokkoon ta'e jedhamee sobaan tatamsa'aa jirurraa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Maqdas Dhaabaa badhaasa yaala gadameessaa fi ulfaa addunyaa argatan Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Dooktar Maqdas Dhaabaa qorannoo fi shooraa yaala gadameessaa fi ulfaarratti taasisaanii damee dubartootaanii badhaasa yaala gadameessaa fi ulfaa…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimee akka itti fufuuf murannoo qabdi-Ambaasaaddar… Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Ameerikaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu cimee akka itti fufuuf murannoo qabdi jechuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Giitaa Paasiin…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasaa Caafoon Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa Saamii Jamaal Abdullaah waliin…
Oduu biyya keessaa Adeemsa baruu fi barsiisuun hojiilee kalaqaa fi qorannoof xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaa ta’uu… Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Adeemsa baruu fi barsiisuu sadarkaa sadarkaan taasifamutti hojiilee kalaqaa fi qorannoo bu’a qabeessa ta’aniif xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaa…