Oduu biyya keessaa Sibiiloonni seeraan ala kuufamee ture hedduun dabalataan to’atame Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo iddoo addaa Fiinaansi Kaampi jedhamutti Sibiiloonni seeraan ala kuufamee ture hedduun…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 385 ol lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’aniif… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 mallaqqaan fi Birrii miiliyoona 35 fi kuma dhibba 1 fi kuma 34 ol ammoo…
Oduu biyya keessaa Hojiilee deeggarsa namoomaa naannoo Amaaraa fi Afaaritti taasiifamaa jiru ilaalchisee gamaaggamni… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Hojiilee dhiyeessii deeggarsa namoomaa naannoo Amaaraa fi Afaaritti taasiifamaa jiruu fi dhimmoota xiyyeeffannoo addaa barbaadanirratti hojjetamaa jiran…
Fayyaa Ameerikaan talaalli Covid -19 doozii kuma dhibba 3 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Ameerikaan talaalli Covid -19 doozii kuma dhibba 3 fi kuma 2 fi 400 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisu beeksiifte. Talaalliin Ameerikaan deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Faantaallletti Proojektoota misoomaa garaagaraa… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu, aanaa Faantaallletti…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanachiin durfamu magaalaa Bahaar Daar gale Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Jilli Itti Aantuu Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Naannoo Amaaraa magaalaa Bahaar Daar galeera. Jilichi…
Ispoortii Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Beersoolaanaa fi Maanchiisteer… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Cheensii fi Juuveentus yoo injifatan, Beersoolaanaa fi Maanchiisteer Yuunaayitiid…
Oduu biyya keessaa Miidhamaa kamiifiyyuu haalduree tokko malee tajaajilli deeggarsa namoomaa dhiyaachuu qaba jedhame Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Afaaritti raawwate hordofee lammiileen miiliyoonni 4.5 miidhaaf saaxilamuu ibsame. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara 2014 Onkololeessa 1 kan eegalu ta’uu ibsame Sifen Megersa Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara 2014 Onkololeessa 1 kan eegalu ta'uu Biiroon Barnootaa magaalichaa beeksiise. Manneen barnootaa hunda keessatti…
Oduu biyya keessaa ABUT Hospiitaala Shiidihoo Maaqeetitti qabeenya Birrii miiliyoona 35 tilmaamumu saamuun kaan ammoo… Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Hospiitaala Shiidihoo Maaqeetitti qabeenyaa Birrii miiliyoona 35 tilmaamumu saamuun kaan ammoo barbadeessuun isaa ibsameera.…