Magaalichaatti dhaabbilee daldalaa shira diinagdeerratti hirmaataan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti hanga ammaatti dhaabbilee daldalaa shira diinagdeerratti hirmaataa turan kuma 1 fi 967 irratti tarkaanfiin fudhatamu Biiroon…