Gootummaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa kan boonse, diina kan naasiiseedha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Gootummaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa kan boonse, diina kan naasiiseedha jedhaan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Ajejaan Waliigalaa Humna…