Magaalaa Buraayyuutti harka qalleeyyii 100 ol ta’aaniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti Waajjirri Dhimma Hojjetaa fi Hawwaasummaa ayyaana bara haaraa sababbeeffachuun namoota harka qalleeyyii tahan 100 oliif…