Oduu biyya keessaa Baankiin Siinqee hundeeffame Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Baankiin Siinqee hundeeffamuu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan ibsaniiru. Waldaan Aksiiyonaa…
Idil Addunyaa Chaayinaatti sababa haala qilleensaa hamaatiin namoonni fiigaa turan 21 du’an Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Chaayinaatti Sababa haala qilleensaa hamaatiin atileetiksoonni fiigaa turan 21 du'aniiru. Kaaba lixa Chaayinaatti dorgommii fiigichaa gaara irratti…
Oduu biyya keessaa OBN jiraattoota Magaalaa Axaayee Godina Addaa Saba Oromoof deeggarsa taasise Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)-Oromiyaa Broodkaastiing Neetwoork naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Axaayee fi Godina Addaa Saba Oromootti namoota rakkoo nageenyaa tibba darbe…
Oduu biyya keessaa Goodeetti proojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarrame eebbifame Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Somaalee magaalaa Goodeetti proojektiin bishaan dhugaati baasii Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 75 eebbifameera. Sirna eebbaa…
Oduu biyya keessaa Namni Gadamsa Gammoojjii ajjeese horii 100 ykn beenyaa madaalawaa akka kaffaluu Abbootiin Gadaa… Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Paarkii Biyyoolessaa Abijaataa Shaallaa keessaatti miidhaaf saaxilamaa kan jiru Gadamsi Gammoojjii namni ajjeese horii 100 ykn beenyaa madaalawaa akka…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti proojektoonni fayyaa 237 xumuramuu ibsame Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti proojektoonni fayyaa 237 ijaarsarra turan xumuramuun eebbaaf qophii ta'uu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen lafa kaaree meetira kuma 42 ol ijaarsa Waldaa Misooma Amaaraaf oolu laatan Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebe lafa kaaree meetira kuma 42 fi 200 ijaarsa Waldaa Misooma Amaaraaf oolu laataniiru.…
Oduu biyya keessaa Akka abboota keenyaa yoo wal tumsinee hin tuqamnu-Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Akka abboota keenyaa yoo wal tumsinee homtuu ni xuquu hin danda’uu jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimid ibsaniiru. Dooktar Abiy Ahimad,…
Oduu biyya keessaa Konfiraansiin Waldaa Misooma Oromiyaa gaggeeffame Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)-Kutaa magaalaa Birbirsaa Gooroo (Araadaa) tti konfiraansiin Waldaa Misooma Oromiyaa gaggeeffameera. Konfiraansicharratti itti aantuu kantiibaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sirni galii walitti qabuu misoomaa aanaa Ammayyaa gaggeeffame Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Sirni galii walitti qabuu misoomaa aanaa Ammayyaa gaggeeffameera. Sirnicharratti Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Abbaa…