Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa Hospitaala waliigalaa Nageelleetiif deeggarsa meeshaalee yaalaa…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa Hospiitaala waliigalaa Nageelleetiif deeggarsa meeshaalee tajaajila yaalaaf oolan Birrii miiliyoona 5tti tilmaamamu…