Bara kana naannoo Yaa’a laga Abbaayyaa biqiltuu biiliyoonni 4.5 ni dhaabbata – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Bara kana naannoo Yaa’a laga Abbaayyaa biqiltuu biiliyoonni 4.5 kan dhaabatu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa…