Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ahimad daawwannaa hojiif Ruwaandaa galan Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Ruwaandaa galaniiru. Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii Kiigaaliitti taasisaniin…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii aanaa Muunessaa magaalaa Qancarreetti manni baroonta Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa eebbifame Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Godina Arsii aanaa Muunessaa magaalaa Qancarreetti manni baroonta Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 36’n ijaarrammee eebbifameera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee miseensoota kaabinee waliin ta’uun humna qilleensa Ityoophiyaa daawwatan Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee miseensoota kaabinee waliin ta’uun humna qilleensa Ityoophiyaa daawwataniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Atileet Yaalamzarf Yehoolaaw fiigicha maraatooni dubartootaa walakkaan rikkardii addunyaa cabsite Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Atileet Yaalamzarf Yehoolaaw fiigicha maraatooni dubartootaa walakkaa Ayaarlaandii Antiirimaa Koostiitti gaggeeffaammeen rikkardii addunyaa cabsiteeetti.…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii damee Shaashamannee barattoota kuma 11 fi 956 eebbisiise Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii damee Shaashamannee barattoota muumee garagaraatin barsiisaa turee kuma 11 fi 956 eebbisiiseera. Sooressii fi abbaan…
Oduu biyya keessaa Raayyaa Ittisa Biyyaa jajjabeessuuf deemsi miilaa Kiiloomeetira 5 magaalaa Gaambeellaatti deemame Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa jajjabeessuuf deemsi miilaa Kiiloomeetira 5 magaalaa Gaambeellaatti deemame. Gootichi Raayyaan Ittisa Biyyaa birmadummaa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Ispoortii fi deeggartoonni akkasumas uummanni Magaalaa Magaalaa Sabbataa hiriira… Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Hawaasni Ispoortii fi deeggartoonni akkasumas uummanni Magaalaa Magaalaa Sabbataa hiriira balaleeffannaa garee Shanee fi ABUT bahaniiru. Hawaasni…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa ‘Kottaa Ityoophiyaa haa uuwwisnuu’ magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa ‘Kottaa Ityoophiyaa haa uuwwisnuu’ magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame Saganticharratti aagnaa’onnii hojii mootummaa,…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad simannaa preezdaant Yuuweerii Museeviiniin taasisaniif galateeffatan Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa preezdaantiin Ugaandaa Yuuweerii Museeviiniin taasisaniif galateeffataniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan lamaan darbanitti miseensoonni gareen shoroorkeessaa Shanee 373 barbadeeffamaan Obse Wakgari Aug 29, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Baatiiwwan lamaan darbanitti tarkaanfii Mootummaan gareen shoroorkeessaa Shaneerratti fudhateen humnoonni garichaa 373 barbadeeffamuu Komishinarri…