Proojektiin addabaabaayii Masqalaa torbanoota muraasa keessaatti ni xumurama-Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Itti Aaantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hoggantoota olaanoo Paartii Badaadhinaa magaalaa hanga aanaa jiran proojektii…