Bara oomishaa 2013/14 akka naannoo Oromiyaatti Callaan Kuntaalli miiliyoonni 195 ol ni eegamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Jilli Muummee Ministeeraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu aanaalee Godina Arsii lama keessatti Oomisha qamadii kilaasteraan misoomaa jiru…