Magaalaan Asallaa meeshaalee barnootaa Birrii kuma 700 fi kuma 50 ol deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Asallaa meeshaalee barnootaa Birrii kuma dhibba 7 fi kuma 50 oliin bite barattoota maatii harka qalleeyyii ta'aaniif deeggarsa…