Oduu biyya keessaa Naannoon Kibbaa uffata seeraa humna addaa jijjiire Sifen Megersa Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) – Naannoon Kibbaa uffata seeraa humna addaa jijjiiruu Komishiniin Poolisii naannichaa ibse. Komishinichi har'a bakka miseensonni mana maree fi itti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira 3000 warra dhiiraatiin Lammeechaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii dabarsaaniiru. Preezdaantittiin…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiiwwan qorannoo karooraa baajata 2014 irratti leenjii fi gamaaggama magaalaa… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiiwwan qorannoo karooraa baajata 2014 irratti leenjii fi gamaaggama Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee waliin ta’uun magaalaa…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsi namoomaa naannoo Tigraay akka hin seenneef gufuu uumaa jira… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsi namoomaa naannoo Tigraay akka hin seenneef gufuu uumaa jira jedhameera. Dhaabbileen deeggarsa namoomaa…
Biiznasii Oomishaaleen Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 65tti tilmaamaman seeraan ala daddabarfamaa… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Oomishaaleen Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 65tti tilmaamaman seeraan ala daddabarfamaa turan to’atamuu Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee…
Ispoortii Oloompikii Tookiyoon dubratootaan atileet Gudaaf Tsaggayee Ityoophiyaaf meedaliyaa maaldaa… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Oloompikii Tookiyoon meetira 5,000 dubratootaan atileet Gudaaf Tsaggayee Ityoophiyaaf meedaliyaa maaldaa argamsiisteetti. Dorgommichaan dhalattuu…
Ispoortii Olompikii Tookiyoo dorgommii gufachisaa dhiirootaan Lammeechaa Girmaa Ityoophiyaaf meedaaliyaa… Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Olompikii Tookiyoo dorgommii fiigichaa gufachisaa dhiirootaa meetira 3000 har’a 9:15 irratti gaggeeffameen Lammeechaa Girmaa Ityoophiyaaf meedaaliyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu Haroo Dandiitti biqiltuu dhaabe Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Jilli hogganaa Biiroo Qannaa fi Qabeenya Uumamaa naannoo Oromiyaa Obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu Haroo Dandiitti hawaasa waliin ta'uun dhaabaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dubartoonni aanaa Tokkee Kuttaayee Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa qopheessaa jiru Obse Wakgari Aug 2, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Dubartoonni Godina Shawaa Lixaa aanaa Tokkee Kuttaayee Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa qopheessaa jiru. Itti gaafatamtuun liigii dubartootaa Godina…