Oduu biyya keessaa Seeraan ala daddabarfamaa kan turan rasaasoonni 380 to’ataman Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Seeraan ala daddabarfamaa kan turan rasaasoonni 380 to’atamaniiru. Rasaasoonni to’annaa jala oolan kunneen magaalaa Qobboo gara…
Ispoortii Koomishinii ispoortii naannoo Tigraayiin deeggaruuf sochiin eegale- Obbo Duubee Jiloo Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Koomishinii ispoortii naannoo Tigraayiin deeggaruu fi ispoortichaa iddoo duraan turetti deebisuuf kan dandeessisuu sochiin eegaluu Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu… Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Daayreektarri olaanaan sagantaa nyaata addunyaa Deeviid Biisliin naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu cimsee…
Oduu biyya keessaa Sagantaan fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa ifoome Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Sagantaa fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Oomishtootaa fi Shamattoota kallattiin walitti fuduuf hojiin eegalame cimee itti fufa – aadda… Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahaa Biiroo Barnootaa, Daldalaa fi Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Ansaarrootti dhaabbata Simmintoo baasii Birrii biiliyoona 2.2n ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa… Wabi Fufa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa aanaa Ansaarrootti dhaabbata Simmintoo fi kanneen biroo baasii Birrii biiliyoona 2.2n ijaarsisuuf dhagaan…
Idil Addunyaa Sudaan Kibbaa tajaajila balallii biyya keessaa dhorkite Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Sudaan Kibbaa balaa tibbana Xiyyaara xiqqaa tokkorra ga’e hordofee tajaajila balallii biyya keessaa dhorkuu ibsame. Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy, daayreektara olaanaa sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biislii galateeffatan Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daayreektarri olaanaan sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biisliin fedhii deeggarsa namoomaa…
Fayyaa Of dagannaan hawaasaa tamsa’inni vaayrasii koroonaa akka dabaluu taasiseera- Ministeera Fayyaa Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Of dagannaan hawaasa biratti muul’dhata jiru tamsa’inni vaayrasii koroonaa akka dabalee taasisuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessaa jira Wabi Fufa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessaa jira. AMN akka gabaasetti, manni maree Finfinnee…