Oduu biyya keessaa Lammiin Ityoophiyaa kamiyyuu ulaagaa barbaachisu yoo guute filachuu danda’a Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Lammiin Ityoophiyaa kamiyyuu ulaagaa barbaachisu yoo guute filachuu akka danda’u Boordii Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 215 Beeruutii , 339 ammoo Saa’ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 215 Beeruutii,339 ammoo Saa'ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Lammiileen Beeruutiitti sanada hin qabne rakkoo…
Fayyaa Talaallii dabalataa miiliyoona 5 ol argachuuf hojjetamaa jira – Ministeera Fayyaa Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Talaallii dabalataa miiliyoona 5 ol argachuuf Gamtaa Afrikaa fi dhaabbilee idil addunyaa waliin hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa jijjiirrate Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Broodkaastiingi Ityoophiyaa maqaa isaa gara Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa jedhutti jijjiirrate. Maqaan haaraan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kaardii filannoo fudhachuun mirga diimookiraasii isaanii fayyadamuu qabu – Waajjira… Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Lammiileen kaardii filannoo fudhachuun mirga diimookiraasii isaanii fayyadamuu akka qaban Waajjirri Muummee Ministiraa ibseera. Filannoo…
Oduu biyya keessaa Aanaa Liibaan Jaawwiitti balaa konkolaataa qaqqabeen miidhaan namaa fi qabeenyarra ga’e Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Liiban Jaawwitti balaa Tiraafikaa dhaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu nama 1 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaan ga’uu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Dhaabbata Oomisha Warqee Kumiruuk eegale Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti kan argamu Ijaarsi Dhaabbata Oomisha Warqee Kumiruuk eegalu ibsame. Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Nabiil Maahdi Itti Aanaa Preezdaanti Sudaan Kibbaa Riik Maachaar waliin mari’atan.…
Fayyaa Ameerikaan damee fayyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 20 taasiifte Sifen Megersa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebila 8, 2013 (FBC) – Ameerikaan miidhaa Covid -19 qaqqabsiisu dandamachiisuu fi sirna eeggumsa fayyaaf Ityoophiyaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 20 deeggaarsa taasiisuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaan Wabi Fufa Apr 16, 2021 0 Finfinnee, Eebla 8, 2013 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Raashiyaan waliigaltee humna niwukilaaraa mallatteessaaniiru. Waliigalticha Ministeerri Innooveshinii fi Teeknooloojii Itiyoophiyaa…