Oromiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayrasii koroonaatin qabamu Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksisee.
Namoonni haaraan 202…
Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru.
Garichi paarkoota uffataalee,…
Baatiiwwan darban gabaa warqeerratti %20 hanga 29n daballii gatii taasifamuun galii fooyya’aan…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Baatiiwwan darban gabaan warqeerratti %20 hanga 29n daballii gatii taasifamuun galii fooyya’aan argamuu Ministeera Albuudaa fi Boba’aa ibseera.…
Dorgommiin Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirna baniinsa…
Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa mirkaneessuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa hunda galeessa taasiisuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksiise.…
Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa dhimmoota waloorratti mari’ataa jiru
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa dhimmoota nageenyaa fi misoomaa waloorratti mari’ataa jiraachuu ibsame.
Hoggantoonni kunneen…
Naannoon Hararii bootteewwan bishaanii shan Birrii miiliyoona 25tti tilmaamaman fudhate
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo naannoo Hararii bootteewwan bishaanii shan Birrii miiliyoona 25tti tilmaamaman fudhateera.
Preezdaantiin…
Baatii Bitootessaa 2013 daballiin gatii % 20.6 galmaa’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Baatii Bitootessaa bara 2013 daballiin gatii % 20.6 galmaa’uu Ejansiin Istaatistiiksii Giddugaleessaa beeksiise.
Qaala’iinsi gatii kun…
Rakkoo hojii dhabdummaa furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjetamaa jira – Komishinii…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti rakkoolee hojii dhabdummaa furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Carraa Hojii Uumuu Federaalaa…