Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu boqatan
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu Waaqaa addunyaa kanarraa du’aan boqatan.
Afaan Oromoodhaan asoosama jalqabaati kan…