Idil Addunyaa Xiyyaaronni Booying 777 balaliirraa dhorkaman Obse Wakgari Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Ameerikaatti Daandiin Qilleensaa Yunaaytid xiyaarota Booying 777 lakkoofsaan 24 ta'an balali'uurraa dhorkuu beeksise. Daandiin Qilleensichaa…
Oduu biyya keessaa Imala Badhaadhinaa maatii mirkaneessuuf hojjatamaa jira – MNO Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Imala Badhaadhinaa Maatii Mirkaneessuuf hojjatamaa jiraachuu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksiise. Mootummaan Naannoo Oromiyaa imala…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa hoggantoota dhaabbilee Federaalaa waliin mari’ataa jira Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa gabaasa raawwii hojii walakkaa waggaa, imaammata Filannoo fi Maaniifeestoorratti hoggantoota dhaabbilee Federaalaa waliin…
Idil Addunyaa Yaa’iin Saayinsawaa Idil Addunyaa IGAD 2ffaa Finfinneetti gaggeeffama jira Wabi Fufa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) –Yaa’iin Saayinsawaa Idil Addunyaa Mootummoota Misooma Baha Afrikaa /IGAD/ 2ffaa Finfinneetti gaggeeffama jira. Mata duree ‘sochii namootaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Sidaamaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise Obse Wakgari Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa sirna hundeeffama bulchiinsa mootummaa naannoo Sidaamaa sababeeffachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii hojii baatii 6 Kooyishaatti gaggeesseera Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii hojii baatii 6 Kooyishaatti gaggeesseera. Gamaaggamni raawwii hojii mana marichaa kun yeroo…
Oduu biyya keessaa Naannolee fi bulchiinsi magaalotaa naannoo Sidaamaaf Birrii miiliyoona dhibba 2 deeggarsa taasiisan Obse Wakgari Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Ayyaana Hundeeffama naannoo Sidaamaa sababeeffachuun naannolee fi bulchiinsi magaalotaa naannichaaf Birrii miiliyoona dhibba 2 ol deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Niiwuyoorkitti gareen hidha haaromsaaf deeggarsa laatuu fi falmuu hundaa’e Obse Wakgari Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC)- Niiwuyoorkitti gareen Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaaf deeggarsa laatuu fi falmuu hundaa’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Oduu biyya keessaa Jilli Jeneraal Birihaanuu Juulaan durfamu Emmireetoota Araba Gamtoomaniitti daawwannaa hojii… Sifen Megersa Feb 22, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Jilli Etaamaajoorii Raayyaa Ittisaa Waliigalaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan Durfamu Emmireetoota Araba Gamtoomaniitti daawwannaa hojii taasiisaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Federaalaa, naannolee fi bulchiinsota magaalaa Hawaasaa galan Sifen Megersa Feb 21, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Hoggantoonni Federaalaa, naannolee fi bulchiinsota magaalaa sirna kabaja Ayyaana hundeeffama naannoo Sidaamaa irratti hirmaachuuf Hawaasaa galan…