Jaarsoliin biyyaa gara naannoo Tigraayitti kaka’umsa ofiin imalan Ministira Nageenyaa waliin…
Finfinnnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) - Waamicha nageenyaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhiyeessan hordofee jaarsoliin biyyaa kaka'umsa ofiin gara naannoo Tigraayitti imalan…