Godina Jimmaatti misooma Jallisii baranarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Godina Jimmaatti misooma jallisii baranaarra callaa kuntaalli miiliyoonni 1 ol argamuu Waajjirri Buna, Qonnaa fi Misooma Qabeenya Uumamaa godinichaa…