Oduu biyya keessaa Haroon Haramaayaa qulqulleeffame Obse Wakgari Feb 18, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Qindeessummaa Bulchiinsa magaalaa Haramaayaa fi aanaa Haramaayaatin haroon Haramaayaa qulqulleeffameera. Duula kanarrattis hojjeettoonni…
Oduu biyya keessaa Iddoon tursiisa konkolaattoota jajjaboo daangaa ce’aa Ityoophiyaa Jibuutitti ijaarrame ebbifame Obse Wakgari Feb 18, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Iddoon tursiisa konkolaattoota jajjaboo daangaa ce’aa Ityoophiyaa Jibuutitti ijaarrame ebbifameera. Ministir Deettaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Geejjibaa fi Baankiin misooma Afrikaa hojiirra oolmaa karoora geejjibarraatti waliin… Sifen Megersa Feb 18, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogas Daayreektara olaanaa Baankii Misoomaa Afrikaa Cheeproo Amoos Kiiproonoohi waliin…
Oduu biyya keessaa Lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa walitti qabuuf lakkoofsi… Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Lammiilee Beenshaanguul Guumuuzii fi Tigraayitti qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsa walitti qabuuf lakkoofsi herreega Baankii…
Ispoortii Fiigicha mana keessaa Poolaanditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Fiigicha mana keessaa Poolaanditti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru. Fageenya meetira kuma 3 Lamlam Hayiluu sa'aatii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 818 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 818 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 14 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti zayitiin nyaataa seeraan ala kuufamee ture kaartooniin kumni 6… Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyootti zayitiin nyaataa seeraan ala kuufamee ture kaartooniin kumni 6 fi 600 to'atamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Hawaasa Soomaalee Keeniyaatti argaman waliin mariin taasiifame Sifen Megersa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Dhalattoota naannoo Soomaalee Keeniyaatti argaman waliin mariin taasiifamuu Keeniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksiise. Itti aanaan Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Qophii haal-duree Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa naannawaa Finfiinneetti ijaaramu irratti… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Qophii haal-duree ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa naannawaa Finfiinneetti ijaaramu ilaalchisuun Ministeera Maallaqaa mariin…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii gara kutaa wal’ansa cimaatti galanii dabalaa… Wabi Fufa Feb 17, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) –Ministeera Fayyaatti Daayreekatarri Hariiroo Ummataa fi Kominikeeshinii Dooktar Taganee Raggaasaa guyyaa 2n darbanitti qofaa namoonni 615 kutaa…