Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa laatan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa arjoomaniiru.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif sagantaan gaggeessaa… Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif sagantaan gaggeessaa taasifameera. Sagantaa gaggeessaa kanarratti haasawa…
Oduu biyya keessaa Barri nama, bara keessatti ifee kan muul’atu nu’i – Aadde Adaanich Abeebee Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsaniiru. Lammiilee Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Awwadaayitti doolaarri Ameerikaa kumni 63 ol to’annaa jala oole Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Awwadaayitti doolaarri Ameerikaa kumni 63 fi 200 to’annaa jala ooluu Qajeelchi poolisii magaalichaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Dantaa fi faayidaa ummata keenyaa kabachiisuuf araarama malee hojjechuurratti argamna-Preezdaant… Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa bara haara sababeeffachuu erga dabarsaniiru. Guutuun ergichaa akka armaan gadiitti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Buraayyuutti meeshaalee waraanaa seeeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala oolan Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti meeshaalee waraanaa seeeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala ooluu poolisiin beeksiseera. Konkolaataa fe'umsaa…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing gita isaanii Ameerikaa Joo Baayidan waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing baatii 7 booda gita isaanii Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidan waliin bilbilaan marai’ataniiru. Qaamoleen…
Fayyaa Yaalamtu tokkoo keessaa Xannachi kiiloo giraama 20 ulfaatu walla’ansa baqaksanii yaaluutin baahe Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitii Walayittaa Sooddootti barsiisummaa fi hospitaala Riferaalaa Otoonaatti yaalamtu tokkoo keessaa…
Oduu biyya keessaa Ifa barii arguuf dukkana cimaa darbuun dirqama – Obbo Dabalee Qaabataa Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Ifa barii arguuf dukkana cimaa darbuun dirqama - Obbo Dabalee Qaabataa Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii Gumrukaa obbo Dabalee Qaabataan ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godina Oomoo Kibbaa duula birmaddummaa biyyaatif yeroo 3ffaaf deeggarsa maallaqaa fi… Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Oomoo kibbaa duula birmaddummaa biyyaatif yeroo 3ffaaf deeggarsa maallaqaa fi gosa taasisaniiru. Jiraattoonni kunneen deeggarsichaan…