Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa miidiyaa ‘online’ Addis Istaandard ittise Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa miidiyaan 'online' Addis Istaandard labsii Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa baase darbuu isaan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach haala waqtaawarratti dubartoota magaalichaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee haala waqtaawarratti dubartoota kutaalee magaalichaa keessaa walitti…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa alaa Ityoophiyaarra ga’aa jiru mormuun duulli Tiwiitarii gaggeeffame Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni guutuu addunyaatti argaman dhiibbaa alaa Ityoophiyaarra ga’aa jiru mormuun duulli Tiwiitarii gaggeessaniiru. Gochaa…
Oduu biyya keessaa Filannoon biyyaaleessaa marsaa 6ffaan milkiin akka xumuramu ga’een kutaalee hawaasaa olaanaa ture –… Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Yaa ‘ii Idilee Caffee Oromiyaa gaggeeffamaa jirurratti argamuun haasaa taasisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Qormaanni nu mudatuus darbeera-Aaddee Loomii Badhoo Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleesssa 9, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa jira. Filannoon haala diimookiraasii,karaa nagaa fi…
Oduu biyya keessaa Hidhaan Haaromsaa dhimma misoomaa malee dhimma biroo hin qabu – Abduulfattaahi Al Siisii Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Gibtsi Abduulfattaahi Al Siisiin nageenyaa fi Badhaadhina waloof waamicha dhiyeessan. Abduulfattaahi Al Siisiin…
Oduu biyya keessaa Humni Eegdoota Rippaablikaanii manneen jireenyaa harka qalleeyyii haaromse kenne Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Humni Eegdoota Rippaablikaanii manneen jireenyaa harka qalleeyyii kutaa magaalaa Araadaatti haaromse jiraattootaaf deebisee laateera.…
Oduu biyya keessaa Ibsa bulchiinsa mootummaa naannoo Ormoiyaa Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisuun ibsa baaseera. Guutuun ibsichaa haala armaan gadiin dhiyaateera.…
Ispoortii Dorgommiin ‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu ni eegalama Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha kubbaa miilaa biyyoota Giddugaleesssa fi Baha Afrikaa‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu Istaadiyeemii magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan jijjiirrama caasaa sirna nyaataa Ityoophiyaa ifoomsuu gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jul 15, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Sagantaan jijjiirrama caasaa sirna nyaataa Ityoophiyaa ifoomsuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Saganticharratti qindeessitooni biyyaalessaa,…