Oromiyaatti guyyaa har’aa duula Ashaaraa magariisaan biqiltuu miiliyoonni 392.1 dhaabbate
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti guyyaa har’aa duula Ashaaraa magariisaan biqiltuu miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 92.1 dhaabbachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya…