Sagantaan nyaata addunyaa deeggarsa naannoo Tigraayiif erge Maqalee ga’e
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Sagantaan nyaata addunyaa deeggarsa naannoo Tigraayiif erge Maqalee ga’eera.
Deeggarsichi naannichaatti lammiilee rakkoo keessaa jiraniif kan oluu…