Ityoophiyaanoonni 343 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonni 343 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministeera Dhimma Alaatti Bakka…