Manneen waliinii barsiisootaaf kiraan dabarfamee ture gurgurtaan akka dabarfamuuf murtaa’e
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Manneen walinii Barsiisootaa fi Hoggansa Barnootaaf kiraan dabarfaman ture gurgurattaan akka dabarfamuuf kaabineen Magaalaa Finfinnee murteesse.…