Ityoophiyaan mallattoo Bilisummaa Afrikaati- Ministeera Alaa Ugaandaa
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Alamtsahaay Masarat Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ugaandaa Jeejee Odoongoo waliin dhimmoota waloo fi naannawwaarratti mari’ataniiru.…