Oduu biyya keessaa Korichi walga’ii idileessaa gaggeesse Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Koreen Ministirootaa Duubdeebii Hundagaleessaa Wiirtuu Qindeessaa Yeroo Ariifachiisaa Biyyaalessaa Walga’ii Idileessaa Gaggeesseera.…
Biiznasii Hojiin babal’isa warshaa Zayita nyaataa Shamuu xummuramuun guyyaan Zayita toonii 950 oomishuu… Sifen Megersa Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) – Hojiin babal'isa warshaa Zayita nyaataa Shamuu birrii biiliyoona 1.6 hojjetamaa ture xummuramuun guyyaan Zayita toonii 950 oomishuu eegaluu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,413 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 14, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 5 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,413 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Ispoortii Abbaan murteessummaa olaanaan Ispoortii Inispeektar Sisaay Wayyeessan boqatan Sifen Megersa Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) –Abbaan murteessummaa olaanaan Ispoortii Inispeektar Sisaay Wayyeessan addunyaa kanarraa du'aan boqatan. Ispoortii Bishaan Daakuu Ityoophiyaa keessatti…
Fayyaa Hanqinni meeshaalee hargansuu nam-tolchee fi Oksiijiin muudata waan jiruuf kan yeroo kami caalaa of… Obse Wakgari Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Guyyaadha gara guyyaatti lakkoofsi namoota vaayraasii koronaan lubbuun darbu dabalaa jiraachuu Instiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Meejar Jeneraal Mahaammad hoggantoota olaanoo humna waraanaa Ityoophiyaa nageenya kabachiisuuf… Obse Wakgari Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Daayreektarri olaanaan Indooktiriineeshinii raayyaa ittisa biyyaa Meejar Jeneraal Mahaammad Tasammaan hoggantoota olaanoo humna waraanaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaa ganna dhufuu gaggeeffamuuf qophiin biqiltuu taasifamaa… Obse Wakgari Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaa ganna dhufuu gaggeeffamuuf qophiin biqiltuu taasifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Hawaasni wayita tajaajila geejjibaa fayyadaman qajeelfamoota covid-19 ittisuuf ba’aan akka hordofaan… Obse Wakgari Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan sochii uummataa mata duree ‘geejjibni nageenyuummaa isaa eeggamee…
Biiznasii Oomishaaleen Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 10 ol baasaan gara biyya alaatti… Obse Wakgari Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Oomishaaleen doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 10 ol baasaan gara biyya alaatti ergamuu Koorporeshiniin Misooma…
Oduu biyya keessaa Qabeenya uumamaa Godina Baaleetti argamu beeksiisuuf fiigichi gaggeeffame Sifen Megersa Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) – Qabeenya uumamaa Godina Baaleetti argamu beeksiisuuf fiigichi magaalaa Roobeetti gaggeeffameera. Qabeenya uumamaa godinichi qabu beeksiisuuf…