Aadde Daagimaawwi Mogaas kutaa magaalaa Finfinneetti argamuun manneen harka haaromsuu jalqabsiisan
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Ministirri Ministeeraa Geejjibaa aadde Daagimaawwi Mogaas kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 5tti argamuun mana harka qalleeyyii haaromsuu eegalchiisan.…