Dargaggoonni 28 Taanzaniyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Dargaggoonni 28 Taanzaniyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Dargaggoonni 28 karaa seeraan alaa gara Afrikaa Kibbaatti imaluuf osoo daangaa…