Hidhi Guddicha Haaroomsaa Ashaaraa Itiyoophiyaanotaati- Miseensoota Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Hidhi Guddicha Haaroomsaa Itiyoophiyaa Ashaaraa Itiyoophiyaanotaati jedhan Miseensoonni Caffee Oromiyaa.
Hidhi Haaroomsaa tokkummaa fi humni…