Kanaan booda Oromiyaa keessatti hojiitu eegala malee dhagaan bu’uura hin taa’u –Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan kanaan booda Oromiyaa keessatti hojiitu eegala malee dhagaan bu’uura hin taa’u…