Proojektiin Addabaabayii Masqalaa har’a ni eebbifama jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) - Birrii biiliyoona 2.5 oliin kan ijaarrame Proojektiin Addabaabayii Masqalaa har'a ni eebbifama jedhame.
Proojektichi ijaarsa daandii hand Mana…