Ispoortii Maanchister Siitiin Fulhaamiin injifate Yonatan Birhanu Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin Fulhaamiin 3 fi 0'n injifateera. Galgala sa'aatii 4 fi 30 irraa…
Oduu biyya keessaa Mootiin Lesseetoo Leetiisoo 3ffaan Finfinnee galan Yonatan Birhanu Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Mootiin Lesseetoo Leetiisoo 3ffaan yaa'ii 39ffaa Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Oduu biyya keessaa Tuuniiziyaan hariiroo daldalaa Itoophiyaa waliin qabdu cimsuu barbbaaddi Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos Ministira Dhimma Alaa Tuuniiziyaa Mohaammad Alii Naafaatii waliin mari'ataniiru. Ministiroonni…
Oduu biyya keessaa Pirezidaantiin Komooroos Finfinnee galan Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirezidaantiin Komooroos Azaalii Usmaanii walga'ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galan. Buufata xiyaaraa Idil…
Biiznasii Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee deggersa Yuuroo miliyoona 81.5 waliif mallatteessan Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee idaa deebisanii caasessuu fi deggersa Yuuroo Miliyoona 81.5 walii mallatteessan. Ministirri Maallaqaa Ahimad…
Oduu biyya keessaa Bishaan dhugaatii Itiyoophiyaan Jibuutiif dhiyeessitu Galma ajandaa 2063’n kan walsimuu dha… Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirojeektii Adiigaalaa - Jibuutiin bishaan dhugaatii Itiyoophiyaan Jibuutiif dhiyeessitu Gralma Ajandaa 2063'n kan walsimu ta'uu Komiishineerri Damee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Saa'ud Arabiyaa Mootii Faayisal Biin Farihaan Al Saa'udii waliin mari'ataniiru.…
Biiznasii Fooyya’iinsa qajeelfamoota sharafa alaa ilaalchisee ibsa Baankii Biyyaalessaa irraa kenname Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa rifoormiin Dinagdee Maakiroo guutummaatti erga hojiirra ooluu eegalee Adoolessa 2016 irraa eegalee fooyya'iinsa gabaa…
Oduu biyya keessaa Raayyichi deeggarsa nageenya naannawichaaf taasisu cimsee itti fufa- Fiild Maarshaal Birhaanuu… Ayana Dheressa Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa deeggarsa nageenyaafi tasgabbii naannawichaaf taasisu cimsee itti fufa jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa…
Ispoortii Tapha Maanchister siitii fi Fulhaam eegamu… Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin morkii waancaaf qabu cimsachuuf har'a ni tapahata. Siitiiwwan har'a galgala…