Ummanni malaanmaltummaa irratti abbummaan qabsaa’aa jira- Komishinicha
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Ummanni malaanmaltummaa irratti abbummaan qabsaa’aa jira jedhan Komishinarri Komishinii Farra Malaanmatummaa Federaalaa Dooktar Saamu’eel Urqaatoo.…