Oduu biyya keessaa Paarkiin Bashannanaa Piikook eebbifame Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Paarkii Bashannanaa ‘Zuu’ Piikook eebbisiisan. Sirna eebba Paarkii Zuu…
Oduu biyya keessaa Injinaar Silashii Baqqalaan xalayaa Dooktar Abiy Ahimad irra ergame preezdaant Ugaandaaf laatan Obse Wakgari Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinaar Silashii Baqqalaan xalayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irra ergame…
Ispoortii Atileet Siifan Hasan irra deebiin rikkardii haaraa galmeessite Obse Wakgari Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Atileet Siifan Hasan irra deebiin riikardii haaraa galmeessitetti. Atileet Siifan Hasan fiigicha meetira 1500'n Filooreensitti gaggeeffameen daqiiqaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii 51 baasii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman. Bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faraahin Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahi itti aantuu Af Yaa'ii Beeljiyeem waliin Braasilsitti haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarrame… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 5 oliin ijaarrame Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophiyaa fi Jiibuutii seenaa qabeessaa fi cimaa dhiibbaa alaa kamiinuu gufatuu miti… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Jilli hoggantoota olaanoo Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Preezdaantii Jiibuutii Ismaa'eel Umar Guulleehi waliin mari'ateera.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama jedhameera. Yuunvarsiitichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 ijaarramee jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Naannolee filannoorratti hanqina waraqaa muudateef guyyaan sagaleen itti laatamuu dheerate Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Naannolee filannoorratti hanqina waraqaa sagalee laachuurraatti muudate hordoofee guyyaan sagaleen itti laatamuu dheerachuu Boordii Filannoo Biyyoolessaa…