Miseensota Raayyaa Ittisaa sarbama mirga namoomaa raawwachuun shakkaman 60 irratti himanni baname…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa sarbama mirga namoomaa raawwachuun Shakkaman 60 irratti himanni banamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.…