Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa ni laatama
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa kan laatamu ta’uu ibsameera.
Talaallich lammiilee miiliyoona 2 kan…