Naannoo Tigraayitti tajaajila yaala fayyaa cimsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayiitti tajaajila Fayyaa cimsuuf ogeeyyii fayyaa gara hojiitti deebisaa jiraachuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiiseera.…