Gulaallii dhiirootaa meetira 1500’n atileetoonni Ityoophiyaa lama walakkaa xumuraf darban
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Gulaallii dhiirootaa meetira 1500'n atileetoonni Ityoophiyaa lama walakkaa xumuraf darbaniiru.
Ramaddii lammaffaarra Saamu’eel Abbaat sadarkaa 5ffaa…