Magaalaa Jimmaatti balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Balaa Ibiddaa tasa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu manca'uu ibsameera.
Qajeelcha Poolisii…