Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 91 Beeruutii gara biyya isaanii deebi’an Sifen Megersa Jan 8, 2021 0 Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 91 Beeruutii gara biyya isaani deebi’uu ibsameera. Sanada malee Libaanoos jiraachaa kan turan lammiileen kunneen Libaasoositti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 441 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 441 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 1 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon garee finxaaleyyii 9 too’annoo jala oolan Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon garee Juuntaa 9 too'annoo jala ooluu itti gaafatamaan qajeelcha humna raayyaa ittisaa Birgaadeer jeneraal Tasfaayee Ayyaalew ibsan.…
Oduu biyya keessaa Qamadiin jallisii boneen faca’e bu’aa qabeessa ta’eera -Dooktar Abiy Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Qamadiin jallisii boneetiin faca'e bu'aa qabeessa ta'aa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Bu'aawwan argamerratti carraaqqii…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa dargaggoota kuma 8 ol daandii irraa jiraataan kaasuun leenjisaa jira Wabi Fufa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara baajataa 2013tti dargaggoota kuma 8 ol daandii irraa jiraataan kaasuun leenjisaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Eertiraa, Gibts dabalatee biyyoonni kanneen akka Raashiyaa, Sarbiyaa fi Beelaruus… Wabi Fufa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa, Eertiraa, Gibts dabalatee biyyoonni kanneen akka Raashiyaa, Sarbiyaa fi Beelaruus Ayyaana dhalachuu Yesuus Kiristoos (Qillee) kabajan.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoon qaama miidhamtoota waraanaa waliin ayyaanicha kabajan Wabi Fufa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon qaama miidhamtoota waraanaa waliin ayyaanicha kabajan. Ministeerri Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa, Biiroo Dhimma Hojjataa fi…
Idil Addunyaa Joo Baayidan preezdaantii Ameerikaa 46ffaa ta’uun isaanii mirkanaa’e Wabi Fufa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) – Kongiraasiin Yuunayiitid Isteet Joo Baayidan kan filannoo preezdaantummaa Sadaasa darbe mo'ate preezdaantii biyyattii kan itti aanu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Qillee hordooftoota amantaa kiriistaanaan guutuu biyyatti kabajame Wabi Fufa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) –Ayyaanni Qillee hordooftoota amantaa kiriistaanaan guutuu biyyatti kabajameera. Ayyaanicha ilaalchisuun Muummee Ministiraa Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 7, 2021 0 Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsnaniiru. Preezdaant Saahilawarqi hordoftooa amantaa Kiristiyaanaa…